Jalmrao Abo Zooni Lixa, Maanguddoon waggaa 78 haadha warraa 23 fuud
Jalmrao Abo Zooni Lixa, Maanguddoon waggaa 78 haadha warraa 23 fuudhan waa'ee gaa'elasaanii maal himu? Magaalaa Gimbii WBOn Zoonii Lixaa guyyaa har’aa jechuunis Fulbaana 9/2022 bakkoota addaa addaatti lola taasiseen Onoota lama: Godina Wallagga Bahaatti kan argamtu Ona Guutoo Giddaa magaalaa Ukkee fi Godina Buunnoo Beddelleetti kan argamtu Ona Dhaaphoo Haannaa hanga ammaatti to’annoo isaa jala galchuun beekameera. Haaluma kanaan Amajjii 1, 2025 Guyyaa WBO fi Jijjiirraa Bara Haaraa irratti miseensota haarawaa leenjii ONM-ABO Bitootessa 26, 2025 Garbummaa uummata Oromoo irratti hidda gadi fageeffate hundeen saba isaa irraa buqqisuuf dirqama ulfaataa ofitti fudhatee dirree qabsoo irra kan jiru gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo, uummata qabsaa'aafii jiruuf haala yeroo fi qabsoon bilisummaa Oromoo fakkaatu irratti uummata waliin marii taasisaa jira. Caqasaa. Nov 4, 2024 · ONM-ABO Sadaasa 3, 2024. Haaluma koreen teeknikaa fi araaraa akkasumas gumiin abbootii Gadaa waamicha dhiyeessaniin loltoonni Adda Bilisummaa Oromoo zoonii lixaa guyyaa kaleessaa irraa eegalee deebi'aa jira. jaalawwan keenya Eebbaa WBO zoonii lixaa Jaal marroo dirribaa Haasaa taasisan gutummaasaa @Sansakatube Sansaka tube 14. youtube. Irree fi gaachana uummata Oromoo kan ta’e WBO’n dirree waraanaa Zoonii Kibbaas godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaa ganda Boorree jedhamtutti waraana maafiyaa Abiy Ahimed irratti kaleessuma Waxabajjii 28, 2024 ganama sa’a 1:00 irraa eegalee hanga sa’a 4:00’tti tarkaanffii laalessaa irratti fudhachuun watwaachisaa ooleera. When this happens, it's usually because the owner only shared it with a small group of people, changed who can see it or it's been deleted. Waraanni bilisummaa Oromoo guyyaa kaleessaa aanaa Manasibuu ganda Harawweetti qaama mootummaa Ajajaa WBO Zoonii Lixaa Jaal MARROO waliin, marii dhimma yeroo irratti taasifame | RSWO - Eebila 2, 2020 Qophii keenya kana / rswo-200402 irraa sagalee qofaan caqasuu dandeessu. Sep 20, 2019 · “Waraanni Bilisummaa Oromoo uummata irratti dhukaasee ajjeese hin beeku. Jul 5, 2024 · ONM-ABO Adoolessa 1, 2024. Garuu, loltuun MM Abiy lubbuu oolchuf yaalan kuni eenyu ture? Goollicha Dheengee kora Gimbii jalatti waraanni Zoonii Lixaa fi Kibbaa gaggeeffame jedhan osoo dirree jiruu miidiyaa irrattan dhagahe jedhan. Tarkaanfii ONM-ABO Muddee 10, 2024 Irree fi gaachana uummata Oromoo kan ta’e WBOn Zoonii Kibbaa Konyaa Gujii Lixaa aanaa Malkaa Sooddaa ganda Kuroo Negellee jedhamu keessatti kaleessa Muddee 9, 2024 waraana faashisti Abiy Ahimed irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen loltoota 20 ol yemmuu ajjeessu 14 madoon adabe jira. com/live/lcHYEKjFc6Q?feature=shared ONM-ABO Amajjii 2, 2025 Dhaabni ABO-WBO qabsoo bilisummaa Oromoo diinni seenaa taasisee darbuuf ka'e ofitti fudhatee dirree irraa hidhannoon itti fufsiisuuf qaqqaaliiwwan ilmaan Oromoo dhiiraa fi dhalasn leenjii waraanummaa fi siyaasaa kenneefii humna diinaa loluuf bobbaasuu itti fufee jira. ! Feb 25, 2019 · ''Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixaa keessa socho'u bakka lamatti qoodnee hoogganaa turre. Qophii Haaromsaa WBO Zoonii Lixaa ONM-ABO Muddee 20, 2024 Itti Dhiyaadhaa! Dec 20, 2024 Boombii dhiheenya Mandiitti dhoosame dabalee, haleellaalee boombii fi ajjeechaalee Wallagga Lixaa fi Qellema Wallaggaa keessatti raaw’ataman, kan aangawoonni mootummaa “humnoota hidhatanii seeraa ala bosana keessa socho’an – garee ABO shanee tu raaw’ate” jechuun Waraana Bilisummaa Oromoo Ajajaa WBO Zoonii Lixaa: 'Qabsoo nagaatti deebi'uuf qabxiiwwan ijoo dhugaatti guutamuu qaban jiru' Daataa qusachuuf barreeffama qofa dubbisi UURAAN MARSAALEE HAWAASAA IRRAA FUDHATAME ONM-ABO Waxabajjii 27, 2024 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii guggubduu Bobbaa Irbuu Shinniggaan waraana faarsitoota impaayera Minilik irratti fudhatu itti fufuun du'aa fi madoon adabee meeshaalee irraa hiikuun jiraas harkaan qabaa jira. ONM-ABO Fulbaana 2, 2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu bilxiginnaa irratti fudhachuu itti fufuun godina baha Wallaggaa ona Arjoo Guddattuu keessatti diinaa Waraanni Bilisummaa Oromoo zoonii Lixa Lola Mudde 28/2022 Waraana Imphayeera Itoophiyaa waliin Lixa Oromiyaa Godina Wallagga Lixaa Najjoofi Mandii gidduutti geggeesseen injifannoo galmeesse! ONM-ABO Sadaasa 20, 2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii kibbaa cibraan Laga Dambii fi Madda Albuudaa waliin ta’uun godina Gujii Lixaa aanaa Malkaa Sooddaa ganda Daawwa Daadaa iddoo addaa Meexxii jedhamutti Sadaasa 18, 2022 tarkaanfii cimtuu waraana garboonfataa PP kan godinaalee fi bakkoota hedduu wal guuranii dhufan irratti Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii lixaa ona Mana Sibuu fi Qilxuu Kaarraa keessatti tarkaanfii boonsaa fudhate! ( ONM-ABO Waxaabajjii 8,2022 ) Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu PP irratti fudhachuu itti fufuun injifannoo boonsaa galmeessee jira. Waraana Bilisummaa Oromoo kan Zoonii Lixaa kan hoogganutti aanuun waraana baha wollaggaa keessa socho'u kan ajajaa ture Hundee Dheeressaa yookiin maqa qabsoo Diinaraas jedhamuun kan beekamu gurmuu hawisoo waraana bilisummaa Oromoo zoonii Lixaa jaal mo'ii,fii jaal suurra gindaba https://www. Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBO’n zoonii Lixaa keessatti tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu jabeessee jira. Guraandhala 13/2011 Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n zoonii Lixaa guyyaa kaleessaatii kaasee hawaasaan simatamaa jira. Gaaffiif Deebii guutuu ajajaa waraana ABO zoonii Lixaa Kumsaa Dirribaa ykn Marroo waliin taasifame. WBOn zoonii lixaa godina Baha Wallaggaa ona Arjoo Guddattuu keessatti diina adabuun meeshaalee waraanaa fi waraana sirna PP 3 booji’e. ONM-ABO Amajjii 17, 2025 Irree fi gaachanni uummata Oromoo tarkaanfii guggubduu waraana faashistii PP gufuu Bilisummaa fi Walabummaa Oromoo fi Oromiyaa irratti goleewwan hundatti fudhatu jabeessuun injifannoo cululuqaa galmeessaa jira. Jajjabeen WBO zoonii Lixaa Sadaasa 2, 2024 Lixa Wallaggaa aanaa Sayyoo Noolee ganda Koobilaa keessatti barii ganamaan dhukaasa itti banuun waraana faashistii PP du'aa fi madoon adabee ODUU Hatattama|Ajajaan WBO Zoonii Lixaa Nuti ABO Shanee Miti Nuti WBO ykn Waraana Bilisummaa Oromoti AGM 295K subscribers Subscribed Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) zoonii Lixaa Kumsaa Dirribaa (Marroo), erga du'eera jedhamee himameen yeroo dheeraan booda TV gubbaatti mul'ate. Tarkaanfii kanaanis meeshaalee lolaa kilaashii 5n, jorooroo WBOn mooraa Zoonii Lixaa dabalatee zooniilee biroo keessattis leenjisee bobbaasaa kan jiru yoo ta’u, torbuudhuma darbe kana Zoonii Lixaa keessatti eebba marsaa Riqichaa Tokkummaa maqaa jedhuun eebbisisee turuun ni yaadatama. ONM-ABO Waxabajjii 20, 2024 Lola WBOn Zoonii Lixaa Birgeediin Murtoo Guutoo Baha Wallaggaa aanaa Gobbuu Sayyoo ganda Giishee keessatti ganama kana waraana faashistii PP irratti taasiseen qawwee AKM 10 dugda irraa hiikuun waraana bilxiginnaa 2 booji'ee jira. 6K subscribers Subscribe Eebba WBO Zoonii Lixaa ONM-ABO Fulbaana 14-2025 itti dhiyaadhaa! Eebba WBO Zoonii Lixaa Mooraa Egeree Oromiyaa Baatii Fulbaana 2025! Waraanni Bilisummaa Oromoo zoonii Lixa Lola Mudde 28/2022 Waraana Imphayeera Itoophiyaa waliin Lixa Oromiyaa Godina Wallagga Lixaa Najjoofi Mandii gidduutti geggeesseen injifannoo galmeesse! Waxabajjii 20, 2024 Godinaa Shawaa Dhihaa, Aanaa Noonnoo Keessatti Misirroota Dabalatee Namoonni Cidharra Turan 27 Ajjeefamuun Himame FAFATE TUBE sabscribhttps Gabaasa Tarkaanfii ONM-ABO Guraandhala 13-2026 itti dhiyaadhaa!WBOn Zoonii Lixaa Aanaa Waayyuu Tuqaattii diina adabuu beeksiseArraata Biyyoolessa Oromiyaa. ONM-ABO Fulbaana 29, 2024 WBO'n Zoonii Lixaa Godina Baha Wallaggaa aanaa Saasiggaa fi Bulchiinsa magaalaa Jimaatee keessatti waraana maafiyaa PP adabaa jira. haasawa ajaaja wbo zoonii lixa jaal shooddeen amajji 1 ilaalchisuun dubbatan keessaa muraasa. ONM-ABO Miseensonni Waraana PP Baayyinaan WBO titti Dabalamuu itti fufan ONM-ABO Sirna Eebba WBO Zoonii Lixaa konyaa Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti Hagayya, 2023 raawwate ONM-ABO QA ONM-ABO Hagayya 28, 2023 - Raayyaa Ittisa Biyyaa PP WBO titti Makame ONM-ABO ONM-ABO Caamsaa 13, 2024 Guyyaa kaleesssa jechuun Caamsaa 12 godina Arsii Lixaa aanaa Adaabbaa keessatti gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo diina maqaa sakkattaa WBO jedhuun bobbaatee uummata nagaa hiraarsaa turte haxxee itti hidhuun dhukkee nyaachisee ofi duuba deebisee jira. Isin ajaja Obbo Daawud jala hin jirtanii? Marroo: Kuni gaaffii ati nagaafachuullee hin malle. Dec 28, 2018 · BBC: Waraanni Lixa jiru ajajaa Obbo Daawud jala hinjirani jedhu. 'Ajajaa Itti Aanaan WBO Zoonii Lixaa' Hundee Dheeressaa ykn Diinaraas, kan dhiyeenya kana waamicha araaraa fudhachuun gale, ammas taanaan dhimma dantaa Oromoo fi Oromiyaarratti cichinee qabsoofna Waraanni ABO lixa jiru ajaja Obbo Daawud Ibsaa jala jiraan gaaffii namoota hedduuti, ajajaa waraanaa WBO Lixaa maqaan isaa irra deddeebbiin ka'u Marroo waliin turtii taasifneerra. Jaal Marroo Dirribaa (Ajajaa Olaanaa ABO-WBO) Kora WBO Zoonii Lixaa irratti dubbatan Caamsaa 22, 2023 Jun 2, 2023 Eebba kana irratti abbaan mooraa WBO zoonii lixaa Jaal Wiirtuu Galataa barnoota kaadhimamtootni fudhatan ibsuun, dhalootni qabsoo dhaale kun, dhiiga jaallan isaaf onnatee galma bilisummaaf jabaatee akka hojjetu dhaamaniiru. Ajajaan duraanii WBO zoonii Lixaa Laggasaa Wagiin waggoota 11 dura duula waraanni mootummaa taasisen ajjeefame. Maqaa “Jaal Marroo” jedhamuun ka bal’inaan beekamaan hoogganaan Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii Lixaa, Obbo Kumsaa Dirribaa, “ WBOn zoonii Lixaa, ajjeechaa artistii beekamaa Haacaaluu Hundeessaa irratti raaw’atame dudduuba jira”, jechuundhaan ka mootummaan balaaleffate, “dhara” jechuun ONM-ABO Sadaasa 3, 2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBO'n zoonii Lixaa keessatti tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu jabeessee jira. VOA Afaan Oromoo: Deebii Ajajaan WBO Zoonii Lixaa Waa’ee Hookkara Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Irratti Kennanmore. Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo mooraa zoonii lixaa keessatti torbee darbe Ebla 4, 2023 kaadhimamtoota Waraana Bilisummaa Oromoo haarawwaa simatee leenjii siyaasaa fi waraanaa kennaafii ture eebbisisuun diina saba isaanii irraa akka lolaniif bobbaasee jira. ''Achirratti namoota sadiitu dubbate. Aanaa Galaanaa magaalaa Kombolchaatti waraana bilxiginna mooraa tolfattee uummata nagaa saamuu fi burjaajeessaa turte lama battalatti yommuu WBOn zoonii bahaa godina lixa Harargee aanaa Mi’eessoo keessatti tarkaanfii fudhachuun diina du’aa fi madoon adabe Jan 31, 2023 ONM-ABO 31 Amajjii 2023 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn zoonii bahaa godina lixa Harargee aanaa Mi’eessoo keessatti kaleessa tarkaanfii fudhateen du’aa fi madoon adabee jira. Haaluma kanaan torban kana keessa jajjabeen WBOn Zoonii Injifannoo Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Zoonii Lixaa Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Haroo Sabbuu Bulchinsa Magaalaa Beellam Ganda Sataanoo fi Bakka Addaa Immoo Jedhamuti Waraana PP Irrattii Tarkaanfii fudhatee! ONM-ABO Adooleessa 4, 2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBO'n Zoonii Kibbaa konyaa Gujii Lixaa osoo kaabinee fi kaadireen PP godina Booranaa fi Gujii waliin taanee WBO'tti duulla jechuun waraana ishee waliin mari'attuu godina Gujii Lixaa aanaa Dugdaa Daawwaatti dheengadda Adoolessa 2, 2024 halkan keessaa sa'a 5:00'tti tarkaanfii fudhateen hedduu du'aa fi madoon adabee jira. Yoo uummata irraa namni tokkollee WBO'n nu ajjeeseera jedhe himate itti gaafatamummaa isaa ni fudhanna, jedhu. Akka kanaanis qaxaleewwan WBO Zoonii Kibbaa konyaa Gujii Lixaa Cibraan Gooroo Dugdaa tarkaanfii laleessaa waraana fashistii PP Abiy Ahimed irratti ONM-ABO Bitootessa 31, 2025 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo godina Baha Wallaggaa aanaa Haroo Limmuu iddoo addaa Boolloo jedhamutti har'a Bitootessa 31 barraaqaan mooraa isheetti itti seenuun tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhateen du'aa fi madoon adabee mooraa ishee keessaa ari'uun mooricha barbadeessee jira. Haaluma kanaan jajjabeen zoonii Kibbaa ganama har'aa Amajjii 17 sa'atii 12:00n tarkaanfii akka bakakkaa Gujii Lixaa aanaa Abbayyaa ganda Dibichaa keessatti ONM-ABO Guraandhala 28, 2024 Gootichi Waraanaa Bilisummaa Oromoo WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii Lixaa har'atti barii sa'a 10:00 hanga 4:00tti tarkaanffi aanaale garaagaraa keessatti yeroo walfakkaata keessatti fudhateen injifannoo galmeessee jira. Guutuu isaa akkaataa nu qaqqabeen isin biraan geenya. xyysma, pwdlq, 5rjxh1, bbse, umdwt, ovq6, gdim, vnrc, rbgvi, ejhdx,